Iddoo fi yeroon aawwaalcha Dr. Kabajaa Artiist Alii Birraa adda bahee ummataaf kan ibsamu waan ta'eef ummanni obsaan akka eeggatu Hogganaa Aadaa fi Turizimii Oromiyaa fi Qindeessaan Koree Sirna Gaggeessaa Dr. Kabajaa Artiist Alii Birraa obbo Huseen Fayyisoo himan
- Catégories
- Divers News Artistes
Commentaires